“Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”.
Abuu Qataadaa Al-Salamii irraa odeeffamee, Rabbiin irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
“Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”.
«إِذَا دَخَلَ أَحَدُكُمُ الْمَسْجِدَ فَلْيَرْكَعْ رَكْعَتَيْنِ قَبْلَ أَنْ يَجْلِسَ».
Nabiyyiin -nagaa fi rahmannni irra haa jiraatu- namni kaayyoo kamiifuu yeroo barbaadetti dhufee masjiida seene osoo hin taa’in dura raka’aa lama akka salaatu kakaasaniiru, isaanis raka’aa lamaan tahiyyaa masjiidaati.
...:
Osoo hin taa’in dura raka'aa lama tahiyyaa masjiidaa salaatuun jaalatamaa ta'uudha.
Ajajni kun nama taa'uu fedheefi, kanaafuu namni masjiida seenee osoo hin taa'in ba'e ajajni kun isa hin ilaallatu.
Osoo namoonni salaataa jiruu masjida seenee salaata isaanin waliin yoo eegale sun raka'aa lamaan tahiyyaa san irraa isaaf gaya.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 96) (444).
Sahiiha Muslim (1/ 495) (714).
Dabalata (4)
المفهم لما أشكل من تلخيص كتاب مسلم (2/ 352).
فتح الباري لابن رجب (3/ 274).
التوضيح (5/524).
البحر المحيط الثجاج في شرح صحيح الإمام مسلم بن الحجاج (15/ 287).
Cited in books
3 BooksDabalata (3)
- اللآلئ المضيئةعَنْ أَبِي قَتَادَةَ السَّلَمِيِّ رضي الله عنه أَنّ رَسُولَ اللهِ ﷺ قَالَ: “ إِذَا دَخَلَ أَحَدُكُمُ الْمَسْجِدَ فَلْيَرْكَعْ رَكْعَتَيْنِ قَبْلَ أَنْ يَجْلِسَ “.
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)التربية الإٍسلامية -3- «إِذَا دَخَلَ أَحَدُكُمُ المَسْجِدَ فَلْيَرْكَعْ رَكْعَتَيْنِ قَبْلَ أَنْ يَجْلِسَ»
- مشروع المنهج التعليميمادة الفقه مستوى 2«إِذَا دَخَلَ أَحَدُكُمُ المَسْجِدَ فَلْيَرْكَعْ رَكْعَتَيْنِ قَبْلَ أَنْ يَجْلِسَ».