''Namni haala waan tokkollee Rabbitti hin qindeessineen Rabbiin wol gahe jannata seene, namni haala Isatti qindeessuun Isaan wol gahe immoo ibidda seene".
Jaabir ilma Abdullaahii irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaa Rabiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhaniin dhaga'e:
''Namni haala waan tokkollee Rabbitti hin qindeessineen Rabbiin wol gahe jannata seene, namni haala Isatti qindeessuun Isaan wol gahe immoo ibidda seene".
«مَنْ لَقِيَ اللهَ لَا يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ لَقِيَهُ يُشْرِكُ بِهِ دَخَلَ النَّارَ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni waan tokkollee haala Rabbitti hin qindeessineen du'e deebiin isaa gara jannataati badii isaa garii irratti yoo adabames, namni waan tokkollee ta'u haala Rabbitti qindeessuun du'e ibidda keessatti zalaalam teessifama jedhanii himan.
...:
Sadarkaa tawhiidni qabuu fi akka inni dhugumaan ibidda keessatti zalaalam ta'uu irraa bilisa ba'uuf sababa ta'uudha.
Jannannii fi ibiddi garbichatti dhihoo ta'uu isaaniitii fi gidduu garbichaatii fi isaanii du'a malee wanti biraa akka hin jirreedha.
Shirkii irraa muraasa isaa fi hedduu isaa irrallee sodaachisuudha; ibidda irra bilisa ba'uun isa irraa fagaachuun waan ta'eef.
Hojiiwwan keessatti kan ilaalamu xumura isii akka ta'eedha.
Sahiiha Muslim (1/ 94) (93).
Dabalata (4)
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
لصالح الفوزان (ص49).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
لمحمد القرعاوي (ص60).
Cited in books
6 BooksDabalata (6)
- التوحيد في ضوء عقيدة الإمام الشافعي رحمه الله ونصوصه ومروياته"من لقي الله لا يشرك به شيئا دخل الجنة، ومن لقيه يشرك به شيئا دخل النار".([21])
- الخطب المنبريةموسوعة الخطب المنبرية (القسم الأول)«مَنْ لَقِيَ اللهَ لَا يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ لَقِيَهُ يُشْرِكُ بِهِ دَخَلَ النَّار»
- الخطب المنبريةموسوعة الخطب المنبرية (القسم الأول)«مَنْ لَقِيَ اللهَ لَا يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ لَقِيَهُ يُشْرِكُ بِهِ دَخَلَ النَّارَ»
- العقيدة الصحيحةدروس العقيدة الصحيحة«مَنْ لَقِيَ اللَّهَ لا يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ لَقِيَهُ يُشْرِكُ بِهِ دَخَلَ النَّارَ»
- العقيدة الصحيحة وما يضادها«من لقي الله لا يشرك به شيئا دخل الجنة ومن لقيه يشرك به شيئا دخل النار»[9]
- كتاب التوحيدكتاب التوحيد للشيخ محمد بن عبد الوهاب((مَنْ لَقِيَ اللهَ لاَ يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ لَقِيَهُ يُشْرِكُ بِهِ شَيْئًا دَخَلَ النَّارَ)).