Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'anii
Aa'ishaa irraa odeeffame -Rabbiin isii irraa haa jaallatu-:
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'anii eegasii qaama isaanii irraa bakka danda'an isaan haxaawan ture, mataa isaanii, fuula isaanii fi qaama isaanii gara fuulduraa irraa eegalu, yeroo sadii waan sana hojjatu.
أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ كَانَ إِذَا أَوَى إِلَى فِرَاشِهِ كُلَّ لَيْلَةٍ جَمَعَ كَفَّيْهِ، ثُمَّ نَفَثَ فِيهِمَا فَقَرَأَ فِيهِمَا: {قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ}، وَ{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ}، وَ{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ}، ثُمَّ يَمْسَحُ بِهِمَا مَا اسْتَطَاعَ مِنْ جَسَدِهِ، يَبْدَأُ بِهِمَا عَلَى رَأْسِهِ وَوَجْهِهِ وَمَا أَقْبَلَ مِنْ جَسَدِهِ، يَفْعَلُ ذَلِكَ ثَلَاثَ مَرَّاتٍ.
karaa isaanii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hirribaaf jecha yeroo firaasha isaaniitti bahanitti ganaa isaani lameen walitti qabanii ol fuudhuun -akka namni Rabbiin kadhatu ol fuudhutti- gorora xiqqoo waliin afaan isaanii keessaa afuuffaa xiqqoo isatti afuufuun suuraa sadeen: {qul huwallaahu ahad} {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas}, eegasii ganaa isaanii lameeniin mataa isaanii, fuula isaanii fi qaama isaanii gama fuulduraa irraa eeegaluun qaama isaanii irraa hanga danda'an haxaawu, yeroo sadi irra deddeebi'uun akkas godhu.
...:
hirribaan duratti suuraa ikhlaasii fi qul a'uuzuu lameen qara'uun isaaniin tuttufuun jallatamaa ta'uu isaa, qaama isaa irraa hanga danda'e haxaa'uu waliin.
Sahiiha Bukhaarii (6/ 190) (5017).
(7/ 133) (5748).
Dabalata (5)
الكاشف عن حقائق السُّنن (5/1651).
عمدة القاري شرح صحيح البخاري (20/ 35).
التوضيح لشرح الجامع الصحيح ( 24/ 91).
النهاية في غريب الحديث والأثر (ص 929).
شرح سنن أبي داود لابن رسلان (19/268).
Cited in books
5 BooksDabalata (5)
- تحفة الأخيار تحفة الأخيار (ببيان جملة نافعة مما ورد في الكتاب والسنة من الأدعية والأذكار)«أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ كَانَ إِذَا أَوَى إِلَى فِرَاشِهِ كُلَّ لَيْلَةٍ جَمَعَ كَفَّيْهِ، ثُمَّ نَفَثَ فِيهِمَا فَقَرَأَ فِيهِمَا: ﴿قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ﴾، ﴿قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ﴾، ﴿قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ﴾، ثُمَّ يَمْسَحُ بِ
- مجالس تدارس القرآن للمبتدئين (سورة الفاتحة وقصار المفصّل)1أخرج البخاري عن عائشة -رضي الله عنها- «أن النبي ﷺ كان إذا أوى إلى فراشه كل ليلة جمع كفيه، ثم نفث فيهما فقرأ فيهما: قل هو الله أحد و قل أعوذ برب الفلق و قل أعوذ برب الناس، ثم يمسح بهما ما استطاع من جسده، يبدأ بهما على رأسه ووجهه وما أقبل من
- مجموعة زاد السيرة النبوية (2)1كان رسول ﷲ صلى الله عليه وسلم إذا أوى إلى فراشه كل ليلة جمع كفَّيه فنفث فيهما، وقرأ فيهما: ﴿ قُل هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ﴾، و﴿قُل أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلفَلَقِ﴾، و﴿ قُل أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ﴾، ثم مسح بهما ما استطاع من جسده، يَبدأُ بهما رأسَه ووجهَ
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)التربية الإٍسلامية -3- أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ كَانَ إِذَا أَوَى إِلَى فِرَاشِهِ كُلَّ لَيْلَةٍ جَمَعَ كَفَّيْهِ، ثُمَّ نَفَثَ فِيهِمَا فَقَرَأَ فِيهِمَا: قُلْ هُوَ الله أَحَدٌ، وَقُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الفَلَقِ، وَقُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ، ثُمَّ يَمْسَحُ بِهِمَا م
- مجموعة زاد التفسير (4)تفسير 4كانَ إِذا أَوَى إلى فِراشِهِ كُلَّ لَيْلَةٍ جَمَعَ كَفَّيْهِ، ثُمَّ نَفَثَ فيهِما فَقَرَأَ فيهِما: ﴿قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ ﴾ وَ﴿ قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ﴾ وَ﴿قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ ﴾، ثُمَّ يَمْسَحُ بِهِما ما اسْتَطاعَ منْ جَ