“Nyaanni bakka jirutti salaatni hin jiru, akkasumas yeroo namichi fokkataa lamaanin wal deddeebisu keessattis salaata salaatuun hin jiru”.
Āa'ishaa irraa akka gabaafametti -Rabbiin irraa haa jaalمatu- akkana jette: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana yoo jedhu dhagahe:
“Nyaanni bakka jirutti salaatni hin jiru, akkasumas yeroo namichi fokkataa lamaanin wal deddeebisu keessattis salaata salaatuun hin jiru”.
«لَا صَلَاةَ بِحَضْرَةِ الطَّعَامِ، وَلَا هُوَ يُدَافِعُهُ الْأَخْبَثَانِ».
Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- bakka nyaata lubbuun nama salaatuu sanaa hawwituu fi qalbiin isaa itti rarraatutti salaatuu dhoorgan. Akkasumas yeroo fokkatoo lamaanin waliin dhiphatu keessatti salaatuu irraa dhoorganiiru -fokkatoon lamaanis fincaanii fi sagaraadha-; sababni isaas waan inni rakkina ofirraa ittisutti bobba'uuf jecha.
...:
Namni salaatu salaata isaatti osoo hin seenin dura wanta salaata isaa keessatti isa dhiphisu hunda ofirraa fageessuudha qaba.
Sahiiha Muslim (1/ 393) (560).
Dabalata (5)
شرح النووي على مسلم (5/ 46).
تيسير العلام شرح عمدة الأحكام.
للبسام (ص96).
تنبيه الأفهام شرح عمدة الأحكام.
لابن عثيمين (1/ 123).
Cited in books
2 BooksDabalata (2)
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«لَا صَلَاةَ بِحَضْرَةِ الطَّعَامِ، وَلَا هُوَ يُدَافِعُهُ الْأَخْبَثَانِ»[186].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«لَا صَلَاةَ بِحَضْرَةِ الطَّعَامِ، وَلَا هُوَ يُدَافِعُهُ الْأَخْبَثَانِ»[186].