“Dadhabbiin, dhukkubni, yaaddoon, gaddii fi miidhaan kamiyyuu muslima tokko hin mudatu, hanga qoree isa waraanu gayuutti Rabbiin sababaa sanaatiin dilii isaa irraa buusu malee.”
Abuu Sa`iid al-Khudrii fi Abu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhan:
“Dadhabbiin, dhukkubni, yaaddoon, gaddii fi miidhaan kamiyyuu muslima tokko hin mudatu, hanga qoree isa waraanu gayuutti Rabbiin sababaa sanaatiin dilii isaa irraa buusu malee.”
«مَا يُصِيبُ الْمُسْلِمَ مِنْ نَصَبٍ وَلَا وَصَبٍ وَلَا هَمٍّ وَلَا حُزْنٍ وَلَا أَذًى وَلَا غَمٍّ حَتَّى الشَّوْكَةِ يُشَاكُهَا إِلَّا كَفَّرَ اللهُ بِهَا مِنْ خَطَايَاهُ».
Ergamaan -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhukkuba, yaaddoo, gadda, rakkina, balaa, sodaa fi beela irraa wanni muslima mudatu -hanga qoree isa waraantee isa laalessitu gayuutti- sun dilii isaatiif kaffaaraa isaaf ta'ee badii isaa akka isa irraa buusu ibsan.
نصب: التعب.
وصب: المرض .
Tola Rabbiin gabroota Isaa mu'umintoota irratti oolee fi irra xiqqaa rakkina isaan mudatuun badii isaanii isaanif dhiisuudhaan rahmata Inni isaanif godhe ibsuudha.
Muslimni wanta isa mudateef mindaa Rabbiin irratti herregachaa, akka sadarkaan isaa ol fuudhamee badiin isaa isa irraa haqamuuf jecha waan xiqqoo guddoo isa mudatu irratti obsuudha qaba.
Sahiiha Bukhaarii (7/ 114) (5641).
Sahiiha Muslim (4/ 1992) (2572).
Dabalata (11)
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (1/ 489).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (1/ 242).
شرح النووي على مسلم (16/ 126).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل آل مبارك (ص44).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 96).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (1/ 70).
Cited in books
2 BooksDabalata (2)
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 1 «مَا يُصِيبُ الْمُسْلِمَ مِنْ نَصَب وَلاَ وَصَبٍ وَلاَ هَمٍّ وَلاَ حَزَنٍ وَلاَ أذىٰ وَلا غَمٍّ، حَتَّىٰ الشَّوْكَةُ يُشَاكُهَا إِلَّا كَفَّرَ اللهُ بِهَا مِنْ خَطَايَاهُ».
- موسوعة الأسئلة (المجموعة الأولى)« مَا يُصِيبُ الْمُسْلِمَ مِنْ نَصَبٍ وَلَا وَصَبٍ وَلَا هَمٍّ وَلَا حُزْنٍ وَلَا أَذًى وَلَا غَمٍّ، حَتَّى الشَّوْكَةِ يُشَاكُهَا إِلَّا كَفَّرَ اللهُ بِهَا مِنْ خَطَايَاهُ».