Skip to content
التوبَة /

Ayah 85

9 : 85

Ayah 85 of التوبَة (9 : 85). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

التوبَة Ayahs 129
Surah · التوبَة
oromoo · Ababor
9 : 85

وَلَا تُعۡجِبۡكَ أَمۡوَٰلُهُمۡ وَأَوۡلَٰدُهُمۡۚ إِنَّمَا يُرِيدُ ٱللَّهُ أَن يُعَذِّبَهُم بِهَا فِي ٱلدُّنۡيَا وَتَزۡهَقَ أَنفُسُهُمۡ وَهُمۡ كَٰفِرُونَ

Qabenyi isaaniitiifi ilmaan isaanii si hin ajaa’ibsiisin. Rabbiin isheedhaan addunyaa keessatti isaan adabuu fedha, isaan kaafiroota ta’anii lubbuun isaanii bahuu (fedha).