Skip to content
التوبَة /

Ayah 26

9 : 26
التوبَة Ayahs 129
Surah · التوبَة
oromoo · Ababor
9 : 26

ثُمَّ أَنزَلَ ٱللَّهُ سَكِينَتَهُۥ عَلَىٰ رَسُولِهِۦ وَعَلَى ٱلۡمُؤۡمِنِينَ وَأَنزَلَ جُنُودٗا لَّمۡ تَرَوۡهَا وَعَذَّبَ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْۚ وَذَٰلِكَ جَزَآءُ ٱلۡكَٰفِرِينَ

Ergasii Rabbiin ergamaa Isaatiifi mu’uminoota irratti tasgabbii Isaa buuse. Waraana isin hin argines buusee, Isaan kafaran adabe. Kun galata kaafirootaati.