73 : 3 نِّصۡفَهُۥٓ أَوِ ٱنقُصۡ مِنۡهُ قَلِيلًا Walakkaa isaa (dhaabbadhu) yookiin xiqqoo isa irraa hir’isi.