Skip to content
Alma’aarij /

Ayah 42

70 : 42

Ayah 42 of Alma’aarij (70 : 42). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

Alma’aarij Ayahs 44
Surah · Alma’aarij
oromoo · Ababor
70 : 42

فَذَرۡهُمۡ يَخُوضُواْ وَيَلۡعَبُواْ حَتَّىٰ يُلَٰقُواْ يَوۡمَهُمُ ٱلَّذِي يُوعَدُونَ

Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi.