70 : 39 كَلَّآۖ إِنَّا خَلَقۡنَٰهُم مِّمَّا يَعۡلَمُونَ Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne.