Skip to content
الصَّف /

Ayah 7

61 : 7
الصَّف Ayahs 14
Surah · الصَّف
oromoo · Ababor
61 : 7

وَمَنۡ أَظۡلَمُ مِمَّنِ ٱفۡتَرَىٰ عَلَى ٱللَّهِ ٱلۡكَذِبَ وَهُوَ يُدۡعَىٰٓ إِلَى ٱلۡإِسۡلَٰمِۚ وَٱللَّهُ لَا يَهۡدِي ٱلۡقَوۡمَ ٱلظَّٰلِمِينَ

Nama Rabbi irratti kijiba uumee odeesse caalaa namni miidhaa hojjate eenyu odoo gara Islaamaa waamamuu?. Rabbiin ummata miidhaa raawwattoota hin qajeelchu.