Skip to content
الأنعَام /

Ayah 113

6 : 113

Ayah 113 of الأنعَام (6 : 113). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأنعَام Ayahs 165
6 : 113

وَلِتَصۡغَىٰٓ إِلَيۡهِ أَفۡـِٔدَةُ ٱلَّذِينَ لَا يُؤۡمِنُونَ بِٱلۡأٓخِرَةِ وَلِيَرۡضَوۡهُ وَلِيَقۡتَرِفُواْ مَا هُم مُّقۡتَرِفُونَ

Akka onneewwan warra Aakhiratti hin amaninii gara isaa dabaniifi, akka isas jaalataniifi (adaba irraa) waan raawwachaa jiranis akka raawwataniif.