50 : 24 أَلۡقِيَا فِي جَهَنَّمَ كُلَّ كَفَّارٍ عَنِيدٖ Akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa.