Skip to content
المَائدة /

Ayah 94

5 : 94

Ayah 94 of المَائدة (5 : 94). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 94

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَيَبۡلُوَنَّكُمُ ٱللَّهُ بِشَيۡءٖ مِّنَ ٱلصَّيۡدِ تَنَالُهُۥٓ أَيۡدِيكُمۡ وَرِمَاحُكُمۡ لِيَعۡلَمَ ٱللَّهُ مَن يَخَافُهُۥ بِٱلۡغَيۡبِۚ فَمَنِ ٱعۡتَدَىٰ بَعۡدَ ذَٰلِكَ فَلَهُۥ عَذَابٌ أَلِيمٞ

Yaa warra amantan! Rabbiin waan adamsoo irraa harkoowwan keessaniifi waraanneen keessan argatteen isin mokkora. nama ghaybiitti Isa sodaatu mul’isuuf jecha. Namni kana booda daangaa dabre isaaf adabbii laalessaatu jira.