Skip to content
المَائدة /

Ayah 59

5 : 59
المَائدة Ayahs 120
5 : 59

قُلۡ يَٰٓأَهۡلَ ٱلۡكِتَٰبِ هَلۡ تَنقِمُونَ مِنَّآ إِلَّآ أَنۡ ءَامَنَّا بِٱللَّهِ وَمَآ أُنزِلَ إِلَيۡنَا وَمَآ أُنزِلَ مِن قَبۡلُ وَأَنَّ أَكۡثَرَكُمۡ فَٰسِقُونَ

jedhi "Yaa warra kitaabaa! Sila waan nurraa jibbitan niqabdanii nuti Rabbitti amanuu keenya malee? waan gara keenya buufamettis, waan kana dura buufamettis (amanuu keenya malee).irra hedduun keessan finciltoota.