45 : 7 وَيۡلٞ لِّكُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٖ Cufa nama akkaan kijibaa, dilaawaa ta’eetiif laga ibiddaatu jira.