42 : 32
وَمِنۡ ءَايَٰتِهِ ٱلۡجَوَارِ فِي ٱلۡبَحۡرِ كَٱلۡأَعۡلَٰمِ
Mallattoolee isaa irraayi Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’an.