4 : 22
وَلَا تَنكِحُواْ مَا نَكَحَ ءَابَآؤُكُم مِّنَ ٱلنِّسَآءِ إِلَّا مَا قَدۡ سَلَفَۚ إِنَّهُۥ كَانَ فَٰحِشَةٗ وَمَقۡتٗا وَسَآءَ سَبِيلًا
Dubartoota irraa isaan abbootiin keessan fuudhan hin fuudhinaa. waan dabre malee, Dhugumatti inni fokkataa, jibbamaafi karaan isaa hamaa ta'ee jira.