37 : 77 وَجَعَلۡنَا ذُرِّيَّتَهُۥ هُمُ ٱلۡبَاقِينَ Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne.