34 : 50
قُلۡ إِن ضَلَلۡتُ فَإِنَّمَآ أَضِلُّ عَلَىٰ نَفۡسِيۖ وَإِنِ ٱهۡتَدَيۡتُ فَبِمَا يُوحِيٓ إِلَيَّ رَبِّيٓۚ إِنَّهُۥ سَمِيعٞ قَرِيبٞ
“Yoon jalladhes, kan ani jalladhu lubbuu kiyya irratti. Yoon karaa qajeelaa qabadhes, waan Rabbiin kiyya gara kiyyatti erguuni. Inni dhagayaa, dhihaataadha” jedhi.