Skip to content
سَبإ /

Ayah 36

34 : 36
سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 36

قُلۡ إِنَّ رَبِّي يَبۡسُطُ ٱلرِّزۡقَ لِمَن يَشَآءُ وَيَقۡدِرُ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ

“Dhugumatti, Gooftaan kiyya soorata nama fedheef bal’isa; (kan fedhe irratti immoo) ni dhiphisa. Garuu irra hedduun namaa (kana) hin beekanu” jedhiin.