Skip to content
سَبإ /

Ayah 32

34 : 32

Ayah 32 of سَبإ (34 : 32). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 32

قَالَ ٱلَّذِينَ ٱسۡتَكۡبَرُواْ لِلَّذِينَ ٱسۡتُضۡعِفُوٓاْ أَنَحۡنُ صَدَدۡنَٰكُمۡ عَنِ ٱلۡهُدَىٰ بَعۡدَ إِذۡ جَآءَكُمۖ بَلۡ كُنتُم مُّجۡرِمِينَ

Isaan boonaa turanis isaan dadhaboo turaniin “sila nutu karaa qajeelaa irraa isin deebisee erga inni isinitti dhufee booda? Lakkisaa! Isinumatu yakkamtoota taatan” jedhuun.