34 : 20
وَلَقَدۡ صَدَّقَ عَلَيۡهِمۡ إِبۡلِيسُ ظَنَّهُۥ فَٱتَّبَعُوهُ إِلَّا فَرِيقٗا مِّنَ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ
Dhugumatti, Ibliis yaada isaa isaan irratti dhugoomseera. Garee xiqqaa mu’uminoota irraa ta’e malee isa hordofaniiru.
Ayah 20 of سَبإ (34 : 20). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.