Skip to content
الرُّوم /

Ayah 56

30 : 56

Ayah 56 of الرُّوم (30 : 56). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 56

وَقَالَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡعِلۡمَ وَٱلۡإِيمَٰنَ لَقَدۡ لَبِثۡتُمۡ فِي كِتَٰبِ ٱللَّهِ إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلۡبَعۡثِۖ فَهَٰذَا يَوۡمُ ٱلۡبَعۡثِ وَلَٰكِنَّكُمۡ كُنتُمۡ لَا تَعۡلَمُونَ

Isaan beekumsaafi iimaana kennaman nijedhan “dhugumatti, isin akkuma kitaaba Rabbii keessatti (murtaa’etti,) hanga guyyaa kaafamaatti turtaniittu. Kuni guyyaa kaafamaati. Garuu isin (dhufuu isaa) hin beektanu turtan.”