Skip to content
الرُّوم /

Ayah 54

30 : 54
الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 54

۞ ٱللَّهُ ٱلَّذِي خَلَقَكُم مِّن ضَعۡفٖ ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعۡدِ ضَعۡفٖ قُوَّةٗ ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعۡدِ قُوَّةٖ ضَعۡفٗا وَشَيۡبَةٗۚ يَخۡلُقُ مَا يَشَآءُۚ وَهُوَ ٱلۡعَلِيمُ ٱلۡقَدِيرُ

Rabbiin isa (bishaan) laafaa irraa isin uumee, eegasii laafina boodaan humna taasisee; eegasii humna boodaan laafinaafi arrii taasiseedha. Waan barbaades ni uuma. Inni beekaa danda’aadha.