Skip to content
الرُّوم /

Ayah 10

30 : 10
الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 10

ثُمَّ كَانَ عَٰقِبَةَ ٱلَّذِينَ أَسَٰٓـُٔواْ ٱلسُّوٓأَىٰٓ أَن كَذَّبُواْ بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ وَكَانُواْ بِهَا يَسۡتَهۡزِءُونَ

Eegasii booddeen isaan hamtuu dalaganii,(adabbii) hamaa ta’e, sababa waan isaan keeyyattoota Rabbii sobsiisaniifi isheettis kan qishnaa godhan ta’aniif.