Skip to content
آل عِمران /

Ayah 27

3 : 27
آل عِمران Ayahs 200
3 : 27

تُولِجُ ٱلَّيۡلَ فِي ٱلنَّهَارِ وَتُولِجُ ٱلنَّهَارَ فِي ٱلَّيۡلِۖ وَتُخۡرِجُ ٱلۡحَيَّ مِنَ ٱلۡمَيِّتِ وَتُخۡرِجُ ٱلۡمَيِّتَ مِنَ ٱلۡحَيِّۖ وَتَرۡزُقُ مَن تَشَآءُ بِغَيۡرِ حِسَابٖ

Halkan guyyaa keessa seensifta. Guyyaas halkan keessa seensifta. Du’aa irraas jiraa baafta, Jiraa irraas du’aa baafta, Nama feete herrega malee hiree hirtaaf" [jedhi]