3 : 115
وَمَا يَفۡعَلُواْ مِنۡ خَيۡرٖ فَلَن يُكۡفَرُوهُۗ وَٱللَّهُ عَلِيمُۢ بِٱلۡمُتَّقِينَ
Toltuu irraa wanta hojjatan kamillee hin dhorgatamanu.Rabbiin warra (Isa) sodaatan beekaadha.