Skip to content
القَصَص /

Ayah 34

28 : 34

Ayah 34 of القَصَص (28 : 34). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

القَصَص Ayahs 88
Surah · القَصَص
oromoo · Ababor
28 : 34

وَأَخِي هَٰرُونُ هُوَ أَفۡصَحُ مِنِّي لِسَانٗا فَأَرۡسِلۡهُ مَعِيَ رِدۡءٗا يُصَدِّقُنِيٓۖ إِنِّيٓ أَخَافُ أَن يُكَذِّبُونِ

“Obboleessi kiyya Haaruun, inni arrabni isaa ana caalaatti [haasawa] ifa godha, Kanaafuu gargaaraa na dhugoomsu godhii ana waliin isa ergi, Ani na sobsiisuu isaaniin sodaadha.”