Skip to content
النَّمل /

Ayah 24

27 : 24

Ayah 24 of النَّمل (27 : 24). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 24

وَجَدتُّهَا وَقَوۡمَهَا يَسۡجُدُونَ لِلشَّمۡسِ مِن دُونِ ٱللَّهِ وَزَيَّنَ لَهُمُ ٱلشَّيۡطَٰنُ أَعۡمَٰلَهُمۡ فَصَدَّهُمۡ عَنِ ٱلسَّبِيلِ فَهُمۡ لَا يَهۡتَدُونَ

Isheefi ummata ishee kan Rabbii achitti Aduuf sujuudanin arge. Sheyxaanni dalagaalee isaanii isaaniif miidhagse. karaa [qajeelaa] irraa isaan deebise. Isaan hin qajeelanu.