27 : 22
فَمَكَثَ غَيۡرَ بَعِيدٖ فَقَالَ أَحَطتُ بِمَا لَمۡ تُحِطۡ بِهِۦ وَجِئۡتُكَ مِن سَبَإِۭ بِنَبَإٖ يَقِينٍ
(Allaatichi) [Yeroo hanga] fagoo hin taane turee ni jedhe: “waan ati hin barin bareen jira, Saba’i irraas oduu dhugaa ta’een sitti dhufeera.