Skip to content
النَّمل /

Ayah 18

27 : 18
النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 18

حَتَّىٰٓ إِذَآ أَتَوۡاْ عَلَىٰ وَادِ ٱلنَّمۡلِ قَالَتۡ نَمۡلَةٞ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّمۡلُ ٱدۡخُلُواْ مَسَٰكِنَكُمۡ لَا يَحۡطِمَنَّكُمۡ سُلَيۡمَٰنُ وَجُنُودُهُۥ وَهُمۡ لَا يَشۡعُرُونَ

hanga holqa mixii (Dagandaa) irra dhufanitti, mixiin takka nijette “isin Yaa tuuta mixii! manneen keessan seenaa, akka Suleeymaaniifi waraanni isaa odoo hin beekin isin hin caccabsineef ”.