Skip to content
النَّمل /

Ayah 12

27 : 12

Ayah 12 of النَّمل (27 : 12). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 12

وَأَدۡخِلۡ يَدَكَ فِي جَيۡبِكَ تَخۡرُجۡ بَيۡضَآءَ مِنۡ غَيۡرِ سُوٓءٖۖ فِي تِسۡعِ ءَايَٰتٍ إِلَىٰ فِرۡعَوۡنَ وَقَوۡمِهِۦٓۚ إِنَّهُمۡ كَانُواْ قَوۡمٗا فَٰسِقِينَ

Harka kee bobaa kee keessa seensisi; isheen adii taatee baati, fokkachuudhaan maleetti. Mallattoowwan saglaniin gara fir’awniifi ummata isaa (deemi). isaan ummata finciltoota ta’anii jiru.”