27 : 1 طسٓۚ تِلۡكَ ءَايَٰتُ ٱلۡقُرۡءَانِ وَكِتَابٖ مُّبِينٍ Xaa Siin tun keeyyattoota Qur’aanaafi kitaaba ibsaa ta’eeti.