26 : 65 وَأَنجَيۡنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُۥٓ أَجۡمَعِينَ Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine.