26 : 43 قَالَ لَهُم مُّوسَىٰٓ أَلۡقُواْ مَآ أَنتُم مُّلۡقُونَ Muusaanis “Isin waan darbuu feetan darbaa” isaanin jedhe.