26 : 37 يَأۡتُوكَ بِكُلِّ سَحَّارٍ عَلِيمٖ Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”