Skip to content
الحج /

Ayah 17

22 : 17

Ayah 17 of الحج (22 : 17). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الحج Ayahs 78
Surah · الحج
oromoo · Ababor
22 : 17

إِنَّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَٱلَّذِينَ هَادُواْ وَٱلصَّٰبِـِٔينَ وَٱلنَّصَٰرَىٰ وَٱلۡمَجُوسَ وَٱلَّذِينَ أَشۡرَكُوٓاْ إِنَّ ٱللَّهَ يَفۡصِلُ بَيۡنَهُمۡ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ شَهِيدٌ

Dhugumatti, isaan amanan, isaan yahuudoman, saabi’oonni, kiristaanonni, majuusonniifi isaan mushrikoota ta’an; Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa gidduu isaaniitti murteessa, Dhugumatti, Allaah’n waan hunda irratti ragaadha.

Explanation & meanings · 1
  1. asitti Rabbiin garee hedduu dubbate, saabi'oota jechuun warra amantaa takkallee hinqabne kan amantaa malee jiraatuudha. majuusaan ammoo warra ibidda gabbaru, mushriktoonni warra taabotaafii umamtoota adda addaa gabbaruudha. Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaan jiddutti murteessa, warra isatti amane (muimintoota) jannata naqa, kaafirtoota ibidda seensisa.