20 : 25 قَالَ رَبِّ ٱشۡرَحۡ لِي صَدۡرِي (Muusaan) ni jedhe: “Yaa Gooftaa kiyya! Qoma kiyya naaf bal’isi.