Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 96

2 : 96

Ayah 96 of البَقَرَة (2 : 96). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 96

وَلَتَجِدَنَّهُمۡ أَحۡرَصَ ٱلنَّاسِ عَلَىٰ حَيَوٰةٖ وَمِنَ ٱلَّذِينَ أَشۡرَكُواْۚ يَوَدُّ أَحَدُهُمۡ لَوۡ يُعَمَّرُ أَلۡفَ سَنَةٖ وَمَا هُوَ بِمُزَحۡزِحِهِۦ مِنَ ٱلۡعَذَابِ أَن يُعَمَّرَۗ وَٱللَّهُ بَصِيرُۢ بِمَا يَعۡمَلُونَ

Nama hunda irra jireenyaaf bololaa ta’uu isaanii argita. Mushrikoota irraallee [jireenyaaf bololu]. Tokkoon isaanii odoo waggaa kuma jiraachifamee jaalata jiraachifamuun isaa kan isa hin azaabarraa isa hinfageessine ta’ee jira, Rabbiin waan isaan dalagan akkaan argaadha.