Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 67

2 : 67

Ayah 67 of البَقَرَة (2 : 67). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 67

وَإِذۡ قَالَ مُوسَىٰ لِقَوۡمِهِۦٓ إِنَّ ٱللَّهَ يَأۡمُرُكُمۡ أَن تَذۡبَحُواْ بَقَرَةٗۖ قَالُوٓاْ أَتَتَّخِذُنَا هُزُوٗاۖ قَالَ أَعُوذُ بِٱللَّهِ أَنۡ أَكُونَ مِنَ ٱلۡجَٰهِلِينَ

Yeroo Muusaan ummata isaatiin "dhugumatti, Rabbiin sa’a qaluutti isin ajaja" jedhe [yaadadhaa], [Ummanni isaas] "sila ati qishnaa nu godhattaa?" jedhan, [Muusaanis] "ani warra wallaaloo [namatti qoosan]irraa ta’uu irraa Rabbittin maganfadha" jedhe.