Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 154

2 : 154

Ayah 154 of البَقَرَة (2 : 154). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 154

وَلَا تَقُولُواْ لِمَن يُقۡتَلُ فِي سَبِيلِ ٱللَّهِ أَمۡوَٰتُۢۚ بَلۡ أَحۡيَآءٞ وَلَٰكِن لَّا تَشۡعُرُونَ

Nama karaa Rabbii keessatti ajjeefamuun du’aadha hin jedhinaa. Dhugumatti isaan jiratoodha, garuu isin hin beektanu.