17 : 80
وَقُل رَّبِّ أَدۡخِلۡنِي مُدۡخَلَ صِدۡقٖ وَأَخۡرِجۡنِي مُخۡرَجَ صِدۡقٖ وَٱجۡعَل لِّي مِن لَّدُنكَ سُلۡطَٰنٗا نَّصِيرٗا
Jedhis: “(yaa) Gooftaa kiyya! Seensa gaarii naseensisi, Ba’iinsa gaariis na baasi, Si biraa ragaa na gargaaru naaf taasisi.