Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 46

17 : 46

Ayah 46 of الإسرَاء (17 : 46). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الإسرَاء Ayahs 111
17 : 46

وَجَعَلۡنَا عَلَىٰ قُلُوبِهِمۡ أَكِنَّةً أَن يَفۡقَهُوهُ وَفِيٓ ءَاذَانِهِمۡ وَقۡرٗاۚ وَإِذَا ذَكَرۡتَ رَبَّكَ فِي ٱلۡقُرۡءَانِ وَحۡدَهُۥ وَلَّوۡاْ عَلَىٰٓ أَدۡبَٰرِهِمۡ نُفُورٗا

Akka isaan isa (Qur’aana) hin hubannes onneewwan isaanii irratti haguuggii, gurra isaanii keessatti immoo duuchaa goonee jirra. Yeroo Qur’aana keessatti Gooftaa kee kophaa Isaa dubbatte, baqataa dugda galu.