16 : 95
وَلَا تَشۡتَرُواْ بِعَهۡدِ ٱللَّهِ ثَمَنٗا قَلِيلًاۚ إِنَّمَا عِندَ ٱللَّهِ هُوَ خَيۡرٞ لَّكُمۡ إِن كُنتُمۡ تَعۡلَمُونَ
Waadaa Rabbii maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaa. dhugumatti, wanti Rabbiin bira jiru, isatu isiniif caalaadha. Yoo kan beektan taatan.