Skip to content
النَّحل /

Ayah 72

16 : 72

Ayah 72 of النَّحل (16 : 72). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 72

وَٱللَّهُ جَعَلَ لَكُم مِّنۡ أَنفُسِكُمۡ أَزۡوَٰجٗا وَجَعَلَ لَكُم مِّنۡ أَزۡوَٰجِكُم بَنِينَ وَحَفَدَةٗ وَرَزَقَكُم مِّنَ ٱلطَّيِّبَٰتِۚ أَفَبِٱلۡبَٰطِلِ يُؤۡمِنُونَ وَبِنِعۡمَتِ ٱللَّهِ هُمۡ يَكۡفُرُونَ

Rabbiin lubbuulee keessan irraas niitiiwwan isiniif godhe. jaartiiwwan keessan irraa ilmaaniifi ilmaan ilmaaniis isiniif godhe. gaggaariiwwan irraa isin soore. Sila isaan sobatti amananii tola Rabbiitti kafaruu?