Skip to content
إبراهِيم /

Ayah 21

14 : 21

Ayah 21 of إبراهِيم (14 : 21). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

إبراهِيم Ayahs 52
14 : 21

وَبَرَزُواْ لِلَّهِ جَمِيعٗا فَقَالَ ٱلضُّعَفَٰٓؤُاْ لِلَّذِينَ ٱسۡتَكۡبَرُوٓاْ إِنَّا كُنَّا لَكُمۡ تَبَعٗا فَهَلۡ أَنتُم مُّغۡنُونَ عَنَّا مِنۡ عَذَابِ ٱللَّهِ مِن شَيۡءٖۚ قَالُواْ لَوۡ هَدَىٰنَا ٱللَّهُ لَهَدَيۡنَٰكُمۡۖ سَوَآءٌ عَلَيۡنَآ أَجَزِعۡنَآ أَمۡ صَبَرۡنَا مَا لَنَا مِن مَّحِيصٖ

Hunda ta’anii Rabbiif mul’atan. dadhaboonni isaan boonaniin nijedhan “dhugumatti, nuti isiniif hordoftoota taane, sila isin adabbii Rabbii irraa homa tokko nurraa deebisoo dhaa?" (Isaan boonan) nijedhan “Odoo Rabbiin nu qajeelchee, silaa nutis isin qajeelchina turre. (Har’a) obsinus obsuu baannus nurratti waluma qixa. Iddoon baqannaa tokkos nuuf hin jiru”.