Skip to content
يُوسُف /

Ayah 54

12 : 54

Ayah 54 of يُوسُف (12 : 54). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُوسُف Ayahs 111
Surah · يُوسُف
oromoo · Ababor
12 : 54

وَقَالَ ٱلۡمَلِكُ ٱئۡتُونِي بِهِۦٓ أَسۡتَخۡلِصۡهُ لِنَفۡسِيۖ فَلَمَّا كَلَّمَهُۥ قَالَ إِنَّكَ ٱلۡيَوۡمَ لَدَيۡنَا مَكِينٌ أَمِينٞ

Mootichis ni jedhe: “lubbuu kootiifan isa dhuunfadhaa isaan natti kottaa. Yeroma isa (Yuusufiin) hasofsiisu, “Ati har’a nu biratti mijjeeffataa amanamaadha” jedheen.

Explanation & meanings · 1
  1. booda mootichi yuusuf hidhaa baasanii akka isatti fidhan ajajee yuusuf hidha bahee mooticha bira dhaqee wajji haasayee, hojittis ramadame. rakkoon isaa achitti Rabbiin irraa guute. namni badirraa fagaatee Rabbi sodaate yeroof yoo rakkatellee obsa booda bal'inatti Rabbiin isa baasa. galata guddas Rabbirraa argata.