Skip to content
يُوسُف /

Ayah 21

12 : 21

Ayah 21 of يُوسُف (12 : 21). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُوسُف Ayahs 111
Surah · يُوسُف
oromoo · Ababor
12 : 21

وَقَالَ ٱلَّذِي ٱشۡتَرَىٰهُ مِن مِّصۡرَ لِٱمۡرَأَتِهِۦٓ أَكۡرِمِي مَثۡوَىٰهُ عَسَىٰٓ أَن يَنفَعَنَآ أَوۡ نَتَّخِذَهُۥ وَلَدٗاۚ وَكَذَٰلِكَ مَكَّنَّا لِيُوسُفَ فِي ٱلۡأَرۡضِ وَلِنُعَلِّمَهُۥ مِن تَأۡوِيلِ ٱلۡأَحَادِيثِۚ وَٱللَّهُ غَالِبٌ عَلَىٰٓ أَمۡرِهِۦ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ

Inni Misra irraa isa bites niitii isaatiin ni jedhe:(iddoo) qubsuma isaa kabaji “nu fayyaduun yookiin ilma isa taasifachuun keenya ni kejeelamaa", akka kanatti Yuusufiif dachii keessa mijjeessine, (Akka bulchaa isa goonuu) fi hiikoo manaamaas isa barsiifnuuf jecha. Rabbiin dhimma Isaa irratti injifataadha, Garuu irra hedduun namaa hin beekanu.

Explanation & meanings · 1
  1. daldaltoonni fuudhanii deemaniinii misra geessanii angaawaa achii tokkotti gurguratan, isaatu yeroo bitu jaartii isaatti akka jabeesitu dhaammate.