Skip to content
يُونس /

Ayah 93

10 : 93
يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 93

وَلَقَدۡ بَوَّأۡنَا بَنِيٓ إِسۡرَٰٓءِيلَ مُبَوَّأَ صِدۡقٖ وَرَزَقۡنَٰهُم مِّنَ ٱلطَّيِّبَٰتِ فَمَا ٱخۡتَلَفُواْ حَتَّىٰ جَآءَهُمُ ٱلۡعِلۡمُۚ إِنَّ رَبَّكَ يَقۡضِي بَيۡنَهُمۡ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِ فِيمَا كَانُواْ فِيهِ يَخۡتَلِفُونَ

Nuti dhugumatti, Ilmaan Israa’iil iddoo kabajamaa (Shaamiifi Misraan keessa) isaan qubachiifnee jirra. Wantoota gaggaarii irraas soorata isaanif kenninee jirra. Hanga beekumsi isaanitti dhufutti wal hin dhabne. Dhugumatti, Gooftaan kee guyyaa Qiyaamaa gidduu isaaniitti ni murteessa, waan isaan keessatti wal dhabaa turan keessatti.